Profile photo for Tadele Fekadu TD
Tadele Fekadu TD

Gaaga’ama ibiddaa Kaalifoorniyaatti mudate gidduutti Church 'n tokko Abdii fi Amantiif ragaa ta'ee dhaabbatee jira. Yeroo kasaaraa guddaa keessa, Amantiin keenya fayyina dhugaa akka ta’e nu yaadachiisa. Wanti naannoo keenya jiru hundi yoo bades, humnaa fi eegumsa nu barbaachisu kan nuuf kennu amantii keenya dha. Church 'n kun, abidda irraa kan hafte dandamachuu amantii hin sochoone irraa dhufu kan agarsiisu yoo ta’u, qormaanni nu mudatu kam iyyuu, yeroo hundumaa amantii qabachuun keenya abdii fi fayyinni akka jiru agarsiisa.
Yesuus Gooftaadha🙏


</div>