Profile photo for Itaamajor Shuum Birhanu Juulaa
Itaamajor Shuum Birhanu Juulaa

#Allaahu_akkbar!!

Rabbiin waan hunda irratti danda'aadha!! Manni kun gubatee dhumeera. Garuu Quraanni qulqulluun Rabbii osoo hin gubatiin hafe!! Quraanni Jacha Rabbii ta'uu isaaf kun ragaa guddaadha!! Alahamdulillaah!!πŸ₯°

Baatiin keess jirru Baatii Quraanni keessa buufame keessa jirra! Viidiyoo daawwadhaa!! Alahamdulillaah jachuun Rabbii keef galata galchi kan Amantaa Islaamaa kabajamtuu tana badhaafamte!!


</div>