Dubbiin hammaattus fira Ormatti hin hamatani.
ABO,KFO, PPn Oromoof tokkuma.
Mariin Araaraa paartilee gurguddoo Oromoon qabu 3n gidduutti magaalaa Finfinneetti ta’amuu eegale.
Nageenya Oromiyaa waaressuun Oromoo gara diinagdeetti ceesisuuf mariin Paartilee gurguddoo sadan ABO, KFO PP, giddutti eegale baayyee murteessaa ta’uun beekame. Mariin hoogantoota Oromoo walitti fiduudhaaf Magaalaa Finfinneetti taa’amuu eegale kun akka milkaa’uuf hirmaannaan qaamolee hundaa nii barbaachiisa. Oromoon Waan waliin dhabe malee waan irratti waldhabe hin qabu. Marii fi marabbaan qe’ee Oromoo Nageenya dheebote boqochiisuuf yeroon isaa amma. Namoonni gamaaf gamanaa dhagaa jibiinsaa Oromoo giddutti darbataa oolan of qoqubuu qabu.
KFO,ABO, PPn tokkuma.