Profile photo for BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo

Gaaffii fi deebii Deetaan Ministera Nagaa, Obbo Taayyee Danda'aa, BBC Afaan Oromoo waliin addatti taasisan kunooti.

Siyaasni Itoophiyaa ammaa maal fakkaata?
Waadaan uummataaf galamaa hamam milkaa'e?
Gufachuu marii nagaaf eenyu itti gaafatama?
Waraanni fala tahaa? Malaammaltummaa hidda dagaagfate jedhaniif kaan kaaaniiru.
Maatii Olaanaatu dubbise. Dhiyaadhaa.


</div>